Chaayinaan naannoo Taayiwaanitti shaakala waraanaa naannoolee ijoo odola kanaa to'achuu fakkaatu gaggeessaa jirti. Kunis akeekkachiisa ''humnoota isheerraa addaa ba'aniif'' akka ta'e ibsite. Shaakala ...
Ameerikaa fi Filiippiins Chaayinaan leenjii guyyaa sadii naannawaa Taayiwaaniitti gaggeessaa turte xumuruun guyyaa tokkoon booda, shaakala waraanaa waloo isa guddaa eegalan. Chaayinaan dureen ...