Weellisaa Guutuu Abarraa badhaasa AFRIMA Dilbata darbe Senegaal magaalaa Daakaaritti gaggeeffame irratti sirba isaa 'Deemi’ jedhuun mo’ate. Weellisaa Guutuu Abarraa sirba isaa Deemi’ jedhuun badhaasa ...
Sirba qeenxee ‘Hawwaanawwaa’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa gadhiisuuf jedhu 'Gaaffiikoo' ...