Hayyuun aantiroopolojii lammii Eertiraa piroofeesar Asmaroom Laggasaa waggoota 45 oliif sirna Gadaa qorataniiru. Qorannoo isaanii kanas kitaabota lamaan maxxansiisanii Sirna Gadaa addunyaa waliin wal ...
Paartiilee siyaasaa kana dura Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaatin haqaman keessaa tokko kan ta'e Paartiin Sirna Gadaa filannoon biyyaalessaa ji'oota jahaan fulduratti akka siiqu gaafate.