Abbaan seeraa Mana Murtii Federaalaa Ameerikaa, waajjirri Ilon Maask odeeffannoo lammiilee Ameerikaa miiliyoonaan lakkaa'amanii kan waajjira maallaqaa biyyattii keessa jiru sakatta'uurraa dhorkan.
Sababni ammoo namni kun daa'ima dhalateef mirga abbummaa qabacahuuf maatii Mana Murtii dhaabuu isaati. BBCn dhimma kana ilaalchisee Alboon dubbiseera. Abbaan Murtii Jonaataan Faarnes dubartoota ...
Onkoloolessa bara 2023 keessa hojjettoonni eegumsa fayyaa godina Haadiyyaa aanaa Badawaachoo Bahaa sababa mindaa isaanii ji’oota sadiif hin kaffalamiin tureef hojii dhaabuun tajaajilli wal’aansaa ...
Tibbana barattoonni dabartoota muslimaa naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti argaman hijaaba uffatanii mooraa mana barumsaa akka hin seenne dhorkamuun dubbii ijoo ta’ee ture. Dhimmichi hanga mana murtii ...
Wiirtuun Qe’ee Qulqullinaas Itiyoophiyaa kan madaaluu fi sadarkaa dinqisiisan ta’een xumuramuunsaa milkaa’ina olaanaa biyyaaf argamiiseera jedhaniiru. Karaa onlaayinii daldala galmeessuu fi eeyyama ...