Jimaata darbe Manni Murtii Olaanaa Yunaayitid Isteets ol'iyyannoo ... dargaggoota hawwachuuf itti fayyadamaa jiru. TikTok Mana Murtii Olaanaatti ugguramuun isaa bilisummaa dubbii irratti balaa ...
Abbootiin seeraa Mana-murtii Olaanaa, TikTok hojii isaa Ameerikaa keessaa qabu gurguruu ykn biyyattii keessatti haa dhorkamu kan jedhurratti murteessuuf Amajji 19 irratti beellama qabataniiru.